Fana: At a Speed of Life!

Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa hagafa – Obbo Mootummaa Tamasgeen

Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa hagafa ta’uu Daayrektarri Olaanaan Zoonicha Obbo Mootummaa Tamasgeen ibsaniiru.
Kaayyoon ijaarsa dinagdee addaa gadaa biyyattiin ce’umsa gara indastiriitti taasisuuf qabattee kan milkeessu ta’uu himaniiru.
Giddu galli kun bakka Indastiiriin keessatti babal’atuufi misoomni hunda galeessa ta’e itti milkaa’uuddha jedhan.
Bakki argama Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa waan hundaaf mijataa ta’uun isaa milkaa’inni isaa qooda olaanaa qabaata jedhan.
Abbootii qabeenyaa 21 kaappilaa Birrii biiliyoona 18.2 galmeessisan waliin hojjematamuuf hojjitti galamuu eeraniiru.
Bahayiluu Baaneetu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.