Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa sosochii ummataa Baatii Nageenya Saayibarii gaggeeffamaa jira.

‘Nageenya Saayibarii qindoomina qabu Birmadummaa biyyaaf’ mata duree jedhuun baatiin Nageenya Saayibarii kabajamaa ture har’a sagantaan cufiinsaa Godaambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira.

Sagantaa cufiinsa sosochii Ummataa kanarratti Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee, miseensoonni Koree dhaabbii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa argamaniiru.

Addisuu Mulunahiitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.