Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Sagantaan eegalchiisa hojii baankii Tsaday guyyaa har’aa gaggeeffamaa jira.

Baankichi Birrii kaappitaala kaffalame biiliyoona 8fi dameewwan 148 hojii kan eegalu ta’uu ibsameera.

Baankichi Waldaa Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Amaaraarraa dameewwan 471 qabachuun gara baankiitti jijjiiramuu eerameera.

Baankichi qabeenya waliigalaa Birrii biiliyoona 46tti shallagamu qabaachuu ibsameera.

Sagantaa eegalchiisa hojii baankichaarratti hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannoo argamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.