Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Hojii Uumtoota haaraaf haala mijataa uumuuf kan kaayyeeffate Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon,kalaqtoonni hojii, Hoggantoonni Indaastiriiwwanii fi keessummoonni waamichi taasiifameef saganticharratti argamuu ragaan Ministeera Hojii fi Ogummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.