Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonna Buree gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonna Buree gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Paarkiin Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa Buree baasii Birrii biiliyoona 8 ijaarramuu himameera.

Sirna jalqabsiisa paarkichaarrattii Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa fi Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malakuu Allebal dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi naannolee argamaniiru.

Ammatti xiyyeeffannoo olaanaan hiyyummaa injifachuu ta’uu fi waloon hojjennaan yeroo gabaabaa keessatti jijjiiramaa fi guddina galmeessuun kan danda’amu ta’uu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malakuu Allebal ibsaniiru.

Muluugeetaa Dasseetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.