Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 22ffaa garee Biyyaalessa Arjentiinaaf simannaa hoo’aan taasiifame

Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Magaalaa Boonas Ayirasitti Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 22ffaa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Arjentiinaaf simannaa hoo’aan taasiifameera.

Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 22ffaa gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Arjentiinaa magaalaa guddittii biyyattii Boonas Ayiras wayita ga’uu ummata miiliyoonaan lakkawamaniin simannaan taasiifameefira.

Pireezidaantiin biyyattii Albeertoo Algeel Fernaandeez guyyaan har’aa guyyaa kabaja biyyaalessaa akka ta’uu labsuu isaanii Aljaziiraan gabaaseera.

Tapha Xumuraan Arjentiinaan injifatamuun sadarkaa 2ffaan kan xumure gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Faransaayis wayita magaalaa guddittii biyyattii Paaris ga’uu simannaan taasiifamuufii BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.