Fana: At a Speed of Life!

Shakkamtoonni lubbuu lammii Chaayinaa tokko ajjeessuun gara Keeniyaatti baqatan Ityoophiyaaf dabarfamuun laatamaan

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Shakkamtoonni lubbuu lammii Chaayinaa tokko ajjeessuun gara Keeniyaatti baqatan Poolisii Inter Poolii Federaalaa Ityoophiyaaf dabarfamuun laatamaaniiru.

Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Qoorqoos aanaa 2 iddoo addaa Masqal Faawoorii Tolasaa Laggasaa Hoteel fooqii 5ffaa Mana Nyaataa Chaayinaa jedhamutti lammii tokko ajjeessun yakkaan barbaadamaa turan Keeniyaatti to’atamuun Poolisii Federaalaa Itoophiyaa interpoolii Biyyoolessaaf laatamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.