Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalcha Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu raawwate

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Sirni Awwaalcha Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu raawwatameera.
Damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa fi dhaabbiilee garaagaraa keessatti gumaacha olaanaa taasisaa kan turan Dooktar Ambaasaddar Asmaamawu Qalamuu Ebla 6,2016 Addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii ni yaadatama.
Sirni awwaalcha Dooktar Asmaamaawu Qalamuus bakka Qoondaltonni olaanoo mootummaa argamanitti Mana AmantaaKiristaanaa Qulqulluu Kaatederaalii Sillaaseetti raawwatameera.
Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu bara 1956 eegalee waggoottan 60’f damee Odeeffannoo fi nageenyaaf gumaacha olaanaa taasisan kan turan yoo ta’u, umrii isaanii waggaa 84ffaatti boqochuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.