Fana: At a Speed of Life!

Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti meeshaa waraanaa hedduu to’achuu beeksifte.

Sudaan bulchiinsa isheetti meeshaa waraanaa gurguddoo garagaraa fi rasaasa hedduu to’achuu beeksifteetti.

Humnoonni nageenyaa biyyatti meeshaa waraanaa to’achuu kan danda’an Ityoophiyaa irraa karaa naannoo Tigiraay gara Sudaanitti daangaa irratti sakkata’insa tasaa taasifameen ta’uu Aljarziiraan Tajaajila Oduu Sudaanuu eeruun gabaaseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.