Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand har’a taphatameen Siitii fi Liivar Puul yoo injifatan, Yuunaayiitiid injifatame

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand torbee 8ffaa har’a taphatameen Siitii fi Liivar Puul morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayiitiid injifatameera.

Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand torbee 8ffaan har’a sa’aatii 8:30 eegallee kan taphatame yoo ta’uu, Leesiister Siitiin goolii 4 fi 2n Maanchiister Yuunaayiitiid injifateera.

Waatfoord 0 – 5 Liivar Puul

Astoon Viillaa 2 – 3 Woolvarhampitam

Maanchiisteer Siitii 2 – 0 Barnileey

Saawuz hampiton 1- 0 Liidis Yuunaayiitiid yoo injifatan, Noorwich Siitii 0- 0 Braayitan walqixa ba’aniiru.

Maddi:- BBC Sport

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.