Fana: At a Speed of Life!

Tuurk Meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa taasifte

Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) –Tuurk Meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa taasifte.
 
Mootummaan Tuurk meshaalee garagaraa ittisa vaayrasi koroonaaf olaan guyyaa har’aa Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaaf laateera.
 
Deeggarsichi dhibee COVID-19 ittisuuf kan oolu yoo ta’u, meeshaalee qulqullina ittiin eeggatan, keemikala, uffataa fi kanneen biroodha.
 
Ministirri Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggoota FDRI aadde Filsaan Abdulaahi wayita wal harkaa fudhanisaa taasisa akka dubbatanitti mootummaan Tuurk wayita kanatti mootummaa Ityoophiyaa waliin ta’uun deeggarsa taasise galateeffataniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.