Fana: At a Speed of Life!

Waajjirichi dhaabbilee marsaa 13ffaaf Piroojektii Maaddiin dhalootaaf deeggarsa taasiisan ifoomse

Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee marsaa 13ffaaf Piroojektii Maaddiin dhalootaaf deeggarsa maallaqaa taasiisan ifoomseera.

Dhaabbilee garaagaraa waamicha biyyaa fudhachuun Piroojektii Maaddiin Dhalootaaf Maallaqaa Birrii miiliyoona 15 hanga miiliyoona 5tti deeggarsa taasiisan ifoomseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.