Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii dargaggoota sababa’oo Adaamaatti gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii dargaggoota sababa’oo magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.
Mariin dhimma ijoo isaa dargaggoota sababaa’oo taasifate kun qindeessummaa waajjira paartii badhaadhinaa magaalaa Adaamaan geggeeffame kun dargaggoon yaada tokko yoo mormanis ta’e deggeeran sababarratti hundaa’uun akka ta’uf itti yaadameet jedhameera.
Itti gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa obbo Alamayyoo Tulluu waltajjii marii dargaggootaa kanarratti argamuun haasawaa cufiinsaa taasisaniin dargaggoonni abdii egeree ta’an waan raawwachuu qaban sababa ga’aan yoo raawwatan kaayyoo isaan milkeessuu danda’u jedhaniiru.
Dargaggoonni maricharratti qooda fudhatanis gama isaanitiin kana boode waan dhaga’anirra waan argan raawwachuuf waadaa galaniiru.
Iddoosaa Abdiitu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.