Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii hayyootaa magalaa Hoossaa’inaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii hayyootaa dhalattoota naannoo Kibbaa magalaa Hoossaa’inaatti gaggeeffamaa jira.

Hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaa obbo Mogas Baalchaa akka ibsanitti, marichi rakkinoota naannichatti uumaman yaada tasgabbaa’en furmaata ceesisaan qindeessuuf ga’ee qaba jedhaniiru.

Hayyoonni waltajjicharratti argaman halaa yeroo ammaa fi kallattii fulduraarratti kan mari’atan ta’uun ibsameera.

Waltajjichi guyyaa lamaaf itti fufa.

Hayilayyasuus Makonnintu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.