Fana: At a Speed of Life!

Wayita Ayyaana Faasikaa kabajnu tokkummaa keenya cimsuu fi nageenya waaraa Ityoophiyaa mirkaneessuuf hojjechuu qabna-Abbootii Amantaa

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Wayita Ayyaana Faasikaa kabajnu tokkummaa keenya cimsuu fi nageenya waaraa Ityoophiyaa mirkaneessuuf hojjechuu qabna jechuun Abbootii Amantaa yaadachiisaan.

Abbootiin Amantaa hordoftoota amantaa kiristiyaanaatin boruu kan kabajamu ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Faasikaan yerootti cubbuun dhala namaa  haqamee, jalaallii itti argameedha jedhaniiru.

Hordoftoonni amantichaa ayyaanicha lammiilee sababoota garaagaraatin rakkoof saaxilamaan deeggaruun dabarsuu akka qaban yaadachiisaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.