Fana: At a Speed of Life!

Xaaliyaanii fi Giriikiitti sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Xaaliyaanii fi Giriikiitti sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffameera.

Sagantaa galii walitti qabuu kun lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aaniifi jedhameera.

Deeggasichi Ityoophiyaatti sababa waraanaatif lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aaniif walitti qabameera.

Xaalaayinitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambiisaa, yeroo ammaa kan yeroo kamii caalaa biyya keenyaa cina dhaabbachuun deeggarsa taasifamuu cimee kan itti fufuu ta’uu hubachiisuu ragaan waajjira dubbi hima ministeeraa dhimma alaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.