Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa 14ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’icharratti Pirezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Andu’alaam, hoggantoonni Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa, Abbootiin Amantaafi keessummoonni kabajaa argamaniiru.

Yaa’ichaan raawwiin karoora bara baajataa 2014 akkasumas gabaasni Oodiitii fi akkaataa itti maallaqaa yaa’ichaa ni dhiyaata jedhameetu eegama.

Dabalataanis karoora bara baajataa 2015fi karoora piroojektii Yuuniiseef irratti mariin taasifamee kan raggaasifamu ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.