Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Faayinaansii Baha Afrikaa 5ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Yaa’iin Faayinaansii Baha Afrikaa 5ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee dabalatee ogeyyiin diinagdee, bakka buutonni dhaabbilee barnootaa olaanoo, dhiyeessitoonni teeknooloojii fi dhaabbileen faayinaansii Baha Afrikaa ijoon argamuu ibsameera.

Yaa’ichaan sirna faayinaansiirratti waraqaaleen qorannoo garaagaraa kan dhiyaatan ta’uu fi imaammanni sirna faayinaansii bal’inaan ni gamaaggamamaan eegama.

Taarikuu Laggasaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.