Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Carraa hojii uumuu naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) – Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Carraa hojii uumuu naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

 

Yaa’icharratti itti aanaan Preezdaantii naannichaa obbo Ristuu Yirdaa dabalatee hoggantoonni olaanoon argamuu ragaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa naannoo Kibbaarraa argame ni muul’sa.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.