Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota kuma 1 fi 200 ol eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota kuma 1 fi 200 ol eebbisiise.

Yuunivarsiitiin Salaalee marsaa lammaffaaf barattoota barsiisaa ture kuma 1 fi 200 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Barattoota eebbifaman keessaa 555 barattoota shamarraaniidha.

Saganticharratti hoggantoonni hojii olaanoo mootummaa federaalaa fi naannoo argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.