Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Arsii fi Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddootti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitii Arsii fi Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddootti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame.
 
Yuunvarsiitota lamaanitti hojiin tola ooltummaa misooma magariisaa Ganna baranaa hojjetameera.
 
Ministir deettaan Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Proofeesar Afawarq Kaasuun sagantichi karoora akka biyyaatti qabame milkeessuuf jalqabbiidha jedhaniiru.
 
Hojiin weerara vaayrasii ittisuuf hojetamus daawwatameera.
 
Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo marsaa lammaffaadhan bilqiltuun kumni 35 dhaabera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.