Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Finfinneetti mariin ‘Kitaaba Daandii Ida’aamurratti’ gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadin kan barreeffamee marii ‘Kitaaba Daandii Ida’aamurratti’ gaggeeffamaa jira.

Maricharratti hayyoonni yuunvaristichaa akkasumaas qaamolee biroon hirmaataniiru.

Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ biyyattin haala akkamii keessaa akka jirtuu fi gara fuldurratti akkamiin imaluu akka qabdu kan ibsu ta’uu marichaan ka’eera.

Dooktar Abiy Ahimadin kan barreeffamee kitaabni kun fuloota 439 kan qabuu yoo ta’u afaan Oromoo fi Amaariffaan maxxanfamee dubbistootaaf dhiyaachuun isaa ni yaadatama.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.