Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f  sadarkaa Proofeesarummaa kenne

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f  sadarkaa Proofeesarummaa kenneera.

Yuunvarsiitichi ibsa baaseen kutaawwan barnootaa qoratamee, yaa’iiwwan koolleejjiiwwan yuunvarsiitichaan sakatta’amuun haala quubsaa ta’een ogeeyyiin gamaggamamee seeneetii Yuunvarsiitichaan ilaalamuunii fi eeyyantaa erga argateen booda Boordii hoggansa hojii Yuunvarsiitichaan hayyoota yuunvarsiitichaa 11’f sadarkaan proofeesarummaa laatamuu ibsameera.

Haaluma kanaan:-

  1. Dooktar Quumillaachawu Yashiixilaa
  2. Dooktar Shimallis Asaffaa
  3. Dooktar Mangistuu Laggasaa
  4. Dooktar Guutaa Zannabaa
  5. Dooktar Faasila Asaffaa
  6. Dooktar Xilaayee Fayisaa
  7. Dooktar Biruuk Laambisoo
  8. Dooktar Birihaanuu Naggaa
  9. Dooktar Zabbanaa Kiflee
  10. Dooktar Tafarraa Daggafaa fi
  11. Dooktar Dayyeesaaf sadarkaa proofesarummaa kennuun ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.