Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannoo Kibbaa wixinee labsiiwwan adda addaa raggaasise

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessa jiruun wixinee labsiiwwan adda addaa raggasiseera.

Wixineen labsiiwwanii kunneen sagalee guutuun raggasifamuu ragaan biiroo kominikeeshinii naannichaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.