Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomse

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa sagantaa kadhataa biyyoolessaa ifoomsuu beeksiseera.

Sagantaan kadhatichaa ilaalchisee dhaabbile miidiyaaf ibsa laateera.

Sagantichi Eebila 7 hanga 9 guyyaa keessaa sa’atii 9tti yaa’ii dhaabbilee amantaa Ityoophiyaatti abbootiin amantaa olaanoon ifatti ni eegalchiisuun eegama.

Eebila 8 irra egaalee walitti fufiinsaan guyyoota 7f kan turuu kadhatichi dhaabbilee miidiyaa raadiyoo fi televizhiiniitiin akka darbu ragaan Yaa’iin dhaabbilee amantaa Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.