Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa Doozii miiliyoona 1.2 Ityoophiyaaf taasifte

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Ameerikaan deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Doozii miiliyoona 1.2 Ityoophiyaaf taasifteetti.

Mootummaan Ameerikaa deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Ityoophiyaaf taasifamee ‘Joonsaan and Joonsaan’ jedhamu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaassaarri Ameerikaa Giitaa Paasii himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.