Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni galateeffannaa fi bara haaraa saba Geede’oo kabajamaa jira

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Ayyaanni galateeffannaa fi bara haaraa saba Geede’oo Daraaroon magaalaa Diillaatti kabajamaa jira.

Ayyaannichi, ‘Duudhaa Aadaa qulqulluu nageenya waaraa fi misoomaaf’ jedhanuun kabajamaa jira.

Sirna kabaja ayyaanicharratti Pireezidaantii naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hoggantoonni mootummaa naannichaa, abbootiin gadaa, kutaaleen hawaasaa saba Geede’oo fi sabaaf sablammoonni ollaa argamaniiru jedhame.

Isaayyaas Asiraatiitu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.