Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456’f sheediiwwan 91 dabarsan

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Lammii Kuraatti dargaggootaa fi dubartoota 456 ta’aaniif carraa hojii uumuuf kan oolu sheediiwwan 91 dabarsaniiru.

Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasa isaaniin akka himaniitti, hojiiwwan jijjiirramaa fidan irratti hoggansi xiyyeeffannoo adda laatee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Hojii ijoo kana keessaa inni tokko ammoo dargaggootaa fi dubartootaaf carraa hojii uumuu ta’uu kan himan aadde Adaanach sheediiwwan 91 dabarsaniiru.

Dargaggoonnii fi dubrtoonni carraa kana argatan cimanii hojjechuu qabu jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.