Fana: At a Speed of Life!

Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan.

Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas ijaarsa daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan.

Aadde Daagimaawit Mogas ijaarsa daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaachisuun hojiiwwan hafan irratti hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’ataniiru.

Waltajjichaan projakticha haala xumuramuun dand’amurratti mari’achuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.