Fana: At a Speed of Life!

Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’ataniiru.
Ameerikaan damee Haqaan deeggarsa Ityoophiyaaf taasiiftu ilaalchisee mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Giitaan tattaaffii Manni Murtii Waliigalaa sirna haqaa bilisaa fi walaba taasiisuuf hojjetaa jiru dinqisiifataniiru.
Hariiroon Ityoophiyaa fi Ameerikaa cimee kan itti fufu ta’uu dubbachuu isaanii ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ameerikaarraa argame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.