Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Ambaasaalitti proojaktiin jallisii baasii Birrii miiliyoona 64n ijaarame eebbifame

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Ambaasalitti proojaktiin jallisii baasii Birrii miiliyoona 64n ijaarame eebbifamuun tajaajjila eegale.
Sirna eebbichaarratti Preezdaantiin Mootummaa naannoo Amaaraaa obbo Aaganyaw Tashaagar fi Ministirri Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaw argamaniiru.
Hoogganaan Biiroo Misooma Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii naannichaa Dooktar Maamaaruu Ayyaalaw projkatichi horsiisee bultoota 750 fayyadamoo akka taasisu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.