Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa baatiiwwan 6’n darbanitti kaffaltiiwwan tajaajila garagaraarra galii Birrii miiliyoona dhibba 9 ol argate

Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Eyyamaa fi to’annoo Konkolaataa fi  konkolaachisaa baatiiwwan jahaan darbanitti kaffaltiiwwan tajaajila garagaraarra galii Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miilioona 14 ol argateera.

Abbaan taayiticha bara 2014 walakka waggaatti tajaajiloota konkolaataa fi konkolaachisaarra galii Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 50 walitti qabuuf karoorsee, galii Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miilioona 14  fi kuma dhibba 7 fi kuma 99  argachuu ibseera.

Kanaanis karoorasaa % 87 galmaan ga’uu ragaan abbaa taayitichaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.