Fana: At a Speed of Life!

Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo Goondaritti simataman

Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Goondaritti Abbootii fi dargaggoota Gaamoof simannaan taasifame.
 
Imala nageenyaa taasisuun ayyaana Cuuphaa irratti hirmaachuuf abbootii fi dargaggoonni Gaamoo magaalaa Arbaa Mincii ka’an guyyaa har’aa Goondar galaniiru.
 
Magaalaa Goondar yammuu galanis simannaan taasifameefira.
 
Imalichaan muuxannoo nagaa buusuuf kiilo meetira kuma 1 fi 200 imaluun wayita Goondar ga’an itti aanaan kantiibaa magaalichaa Injiinar Maastawaal Suyyuum, hoggantoonni hojii motummaa, gootonni durii, gareen miseensa aadaa fi jiraattonni magaalaa Goondar simannaa taasisaniifiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.