Fana: At a Speed of Life!

Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasiseera.

Hojjettoonni dhaabbatichaas miindaasaanii baatii tokkoo kan laatan yoo ta’u, deeggarsichi cimee akka itti fufuu EBC’n gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.