Ispoortii

Ispoortii

Ityoophiyaan tapha michoommaan Gayaanaa injifatte

Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaan Kilaba Gayaanaa goolii 2 fi 0n injifateera. Shimallis Baqqalaan daqiiqaa 11' fi 76' irratti waaliyaawwaniif goolii lamaan galcheera. Tapha Waaliyaawwan Kilaba biyyaalessa Kaaribiyaanii Gayaanaa waliin Waashingitan DC…
Read More...

Ityoophiyaa 6 – 1 Zaanzibaar

Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii gita isaa Zaanzibaar goolii 6 fi 1n injifateera. Garichi tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaa Taanzaaniyaatti…