Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajila baankii adda qopheessu ibse

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Baankiin Awaash intarpiraayzoota xixiqaa fi giddugaleessaaf tajaajilaa baankii adda qopheessu beeksiseera.
Kunis intarpiraayzoonni kunneen hojii isaanii haalaa fooyya’aan akka hojjetanii fi bu’a qabeessaa ta’uuf akka dandeessisuu baankiichi ibseera.
Namoonnii fi dhaabbilee damicharratti hirmaatan Baankii Awaashiitti fayyadamoo tajaajilachaa akka ta’an ibsameera.
Intarpiraayzoonni xixiqaa fi giddugaleessaa tajaajila liqa argachuuf akka hin rakkanne himameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.