Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan 11n darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 259 ol walitti qabame

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)  – Baatiwwan 11n darbanitti galiin Birriin biiliyoonni dhibbin2 fi biiliyoonni 59 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.

Bara baajataa 2013 Adooleessa 1 eegalee baatiwwan 11n darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 64.9 walitti qabuuf karoorfamee biiliyoonni dhibba 2 fi miiliyoonni 59.3 walitti qabamuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalew ibsaniiru.

Kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii biiliyoona 41.9 caalmaa qabaachuu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.