Fana: At a Speed of Life!

Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jira- Ministeera Fayyaa

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Bakkeewwan hongeen mudatetti weerarri dhibeewwanii akka hin muddanne hojjetamaa jiraachuu Ministeera Fayyaa beeksise.

Rakkoo nyaataa fi bishaanii hongeen uumame akkasumas jijjiirama qabeenya qilleensaan carraan weerarri dhibeewwanii mudachuu bal’aa ta’uu ibsameera.

Sababa hongeen dhibeewwan kooleeraa dabalatee kanneen biroon akka hin mudanneef talaallii kennuun eegalamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru.

Naannoo Somaalee aanaalee 4 keesatti namoota kuma dhibba 2’f talaalliin dhibee koleeraa kennamuu eeraniiru.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.