Fana: At a Speed of Life!

Balaan Ibiddaa kutaa magaalaa Addis Katamaatti mudatee ture to’atame

Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa iddoo addaa ‘Minaallesh Taraa’ jedhamutti ganama har’aa naannoo sa’aatii 4:00tti Balaan Ibiddaa mudatee ture to’atamuu ibsameera.

Balichi qabeenya kan barbadeesse yoo ta’uu, tattaaffii hojjettoonni Ittisa balaa Ibdiddaa, tola ooltoonnii fi qaamoleen nageenyaa taasiisaniin miidhaa caalu osoo hin qaqqabsiisiin to’atamuu eerameera.

Ka’umsi balichaa fi hammii miidhaa qaqqabsiisee qoratamaa jiraachuu ragaan Waajjira kominikeeshinii kutaa magaalichaarraa argame muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.