Fana: At a Speed of Life!

Biirichi baatiwwan 6’n darban galii Biirri biiliyoona 42 ol walitti qabe

Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Biiroon Galiiwwaanii Magaalaa Finfinnee baatiwwaan 6’n darban galii Birrii biiliyoona 42.8 walitti qabuu beeksiise.

Galiin argame kaffaltoota gibira kuma dhibbaa 449 irraa kan walitti qabame ta’uu Hoggannaan biiricha Obbo Muluugeeta Tafarraa ibsaniiru.

Kaffaltoonni gibira amanamuummaa fi jalaala biyaa isaaniif qaban gibiraa kafaaluun biirichi galmaa isaa akka milkeessuuf shooraa qabachuu obbo Muluugeetaan ibsaniiru.

Biirichi karoora qabate % 107 raawwachuu kaasaniiru.

Sisaay Duulaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.