Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalotaaf ambulaansota 31 laate

Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) –Biiroon Fayyaa Finfinnee buufataalee fayyaa fi hoospitaalota magaalicha keessatti argamaniif ambulaansota 31 laate.
 
Hogganaan biirichaa Dooktar Yohaannis Caalaan ambulaansonni laataman balaa tasaa dabalatee, yaala daa’immanii fi haadholii ammayyeessuuf tumsa ni taasisu jedhan.
 
Ambulaansota 31 keessaa 25 buufataalee fayyaatif, 6 ammoo hoospitaalotaaf laataman.
 
Zammanaa Bayyanaatu gabaase.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.