Fana: At a Speed of Life!

Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun hoggantoota dhaabbilee Faayinaansii waliin mari’achaa jiru

Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun hoggantoota dhaabbilee Faayinaansii waliin mari’achaa jiru.

Marichaan haala baankichi dhaabbilee faayinaansii waliin haariiroo isaa daran cimsuun hojjechuu danda’anirratti irratti mari’achaa jiru.

Hoggantoonni dhaabbilee faayinaansii rakkoolee gurguddoo damicha mudatan kaasaa jiru.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.