Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Dirree Dawaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3.5 taasise

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3.5 taasiseera.

Magaalichi deeggarsa meeshaalee nyaata garagaraa Birrii miiliyoona 3.5tti taasiseera.

Bulchaan Godina Booranaa Obbo Jaarsoo Boruu Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa rakkoo uummati keessa jiru dhagahee karaa dheeraa imalee gargaarsa kana gumaachuusaatti galateeffataniiru.

Akka EBC’n gabaaseetti Rakkoon hongee wal qabatee Uummata Booranaa rakkoo muudatee furuuf deeggarsa mootuummaan godhaa jiruun cinaatti deeggarsa lammiilee gaafatas jedhan Obbo Jaarsoon.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.