Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa’ii Moobaayilii Idil addunyaarratti qoodde
Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan muuxannoo gaarii Teelee Birrii Yaa'ii Moobaayilii Idil addunyaa 2023 Fiinteekirratti qooddeerti.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Oomisha Teeknooloojiiwwan saayinsii hawaa gabbisuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Oomisha Teeknooloojiiwwan saayinsii hawaa biyya keessatti gabbisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiiseera.
Qaamoota…
Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa agarsiisa teeknooloojii idil addunyaa Dubaay irratti…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa hojii daldalaa alaa biyya keessatti hojjechaa jiran agarsiisa teeknooloojii idil-addunyaa Dubaay irratti…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Intarneetii Jaappaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Intarneetii 18ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Yaa’ichi mata duree ‘hariiroo…
Saayintistoonni guddina ‘naannoo teeknooloojiif’ gumaachan badhaasa Noobeelii damee…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Saayintistoonni 3 guddina naannoo teeknooloojiif gumaachan badhaasa Noobeelii damee Keemistirii bara 2023 injifataniiru.
Qorattoonni damee Keemisririi…
Itiyoophiyaan teeknooloojii “Isteetiskooppi” fayyadamuun Afrikaarraa 2ffaa taate
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan teeknooloojii dijtaalaa hubannoo namtolcheen deeggarame “Isteetiskooppii” fayyaadamuun Afrikaarraa biyyaa 2ffaa taate.
Tajaajilli…
Badhaasa Noobeelii qorattoonni talaallii vaayirasii koroonaa argachuuf gumaachan lama injifatan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Badhaasa Noobeelii baranaan Damee wal’aansaan qorattoonni talaallii Vaayirasii Koroonaa argachuuf gumaachan lama injifachuun ibsame.
Qorattoonni…
Xiyyaarri anniisaa Elektiraan hojjetu balallii jalqabaa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Xiyyaarri guutummaan guutuutti anniisaa Elektiraan hojjetu balallii idil addunyaa jalqabaa taasisuu ibsameera.
Xiyyaarri kun tajaajila geejjiba…
Dhibee pooliyoo teknoolojiin gargaaramun to’achuuf Piroojektiin’pooliyoo Anteena’…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Dhibee Pooliyoo Teeknoolojiin gargaaramun guutummaatti to'achuuf Yuunivarsiitiin Jimmaa fi Inistiityuutiin Artefishaal Intelejansii…
Kaameeraa xiqqoo safarri ishee miilii meetira 1gadi taate
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Oomisha Kaameeraa Ammayyaa Oomniiviizyiin Kaameeraa daraan xiqqoo taate beeksiiseera.
Dhaabbatichi Kaameeraa daraan xiqqoo tajaajila yaala…