Browsing Category
Idil Addunyaa
Vilaadmiir Putiin Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaa mo’atan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaatti gaggeeffameen Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin sagalee %87’n argachuun injifataniiru.
Putiin filannoo kanas…
Haleellaan saayibarii olaanaan sirna filannoo Raashiyaa mudachuun gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaa gaggeeffamaa jiruun haleellaan saayibarii olaanaan sirna filannoo elektirooniksii mudachuun gabaafame.
Abbaan…
Gamtichi Bu’aa Qabeenya Raashiyaa dhorkamanirraa argamuun Yuukreeniif meeshaalee waraanaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa bu'aa qabeenya Raashiyaa biyyoota garaagaraatti akka hin sochoone dhorkamaniirra argamuun Yuukreeniif meeshaalee…
Filannoon Pireezidaantummaa Raasiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Vilaadmiir Putiin morkattoota sadii waliin kan irratti hirmaatan Filannoon Pireezidaantummaa Raashiyaa bara 2024 gaggeeffamuu eegaleera.…
Xiyyaarri Waraana Raashiyaa namoota 15 qabatee turerra balaan qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Xiyyaarri waraana Raashiyaa namoota 15 qabatee ture kufuun gabaafame.
Mooskoo kallattii Kaabaa Bahaan naannawaa qilleensaaa Ivaanoovaatti xiyyaarichi…
Sababa jijjiirama qabeenya qilleensaan Awurooppaatti balaa cimaan muudachuu danda’a jedhame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Takkaanfiin madaallawwaa ta’e saffisaan yoo hin fudhatamne sababa jijjiirama qabeenya qilleensaan Awurooppaatti balaa cimaan muudachuu akka danda’u…
Humnoonni Sudaan lameen Sooma Ramadaanaan dhukaasa akka dhaaban waamichi dhiyaate
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Humnoonni Sudaan baatii Sooma Ramadaanaa keessa dhukaasa akka dhaaban waamicha dhiyeesse.…
Rakkoon weerartoonni ofitti fidaa jiraan hanga yaadamu ol balaa ta’uu mala –Vilaadmiir Putiin
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Raashiyaan birmadummaan daangaa ishee yoo sarbame malee Niwukilarii kan hin fayyadamne ta’uu beeksifte.
Yaaliin Raashiyaa to’achuuf taasiifame hundi…
Manni Murtii Yakkaa Idil Addunyaa ajajoota waraanaa Raashiyaarratti ajaja to’annoo baase
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Manni Murtii Yakka Idil Addunyaa yakkoota waraanaa Yukireenitti raawwatamaniin walqabatee Ajajoonni Olaanoon Waraana Raashiyaa akka to’atamaniif ajaja…
Kaaba Gaazaatti daa’immaan sababa hanqina nyaataan du’aa jiraachuu DhFA beeksiise
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) - Kaaba Gaazaatti daa’immaan sababa hanqina nyaataan du’aa jiraachuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Kaaba Gaazaatti Hospitaaloonni barbadaa’uu,…