Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaatti kaleessaa fi har’a namni vaayrasii koroonaan qabame hin jiru

Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Chaayinaatti kaleessaa kaasee amma har’aatti namni vaayrasiin koroonaa irratti argame hin jiru.

Chaayinaatti baatii Faranjootaa Muddee darbe erga weerarri dhibee vaayrasii koronaa ka’ee kaasee, kaleessaa jalqabee amma har’aatti namni vaayrasichaan qabame hin jiru jedhameera.

Namoonni 34 Chaayinaatti kaleessa vaayrasichi irratti argame hunduu kan biyya biraarraa achi seenanidha jedha gabaasni “BBC”.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.