Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaaf hir’isa gatii tajaajilaa taasise

Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Itiyoophiyaanoota dhaloota 2ffaa waamicha Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad taasisan simachuun dhufaniif hir’isa gatii tajaajilaarratti %15-20 taasisuu ibseera.

Dabalatan Daandiin Qilleensichaa gama Dhaabbata “Et-Holiy Days”n sagantaa daawwanaa gatii madaalawaan qopheessuu ibseera.

Akkasumas keessummoota Magaalaa Finfinnee daawwatan 100’f paakeejiin tajaajilaa qophaa’uu ibseera.

Daandii Qilleeensichaatti Hogganaan Damee Daldalaa Obbo Lammaa Yaaddechaa ibsa kennanniin, keessummoonni waamicha taasifame hordofanii dhufan fayyadamoo ta’u jedhaniiru.

Taarikuu Waldasanbat, Masaafinti Iyyaayyuu fi Meeroon Falaqqaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.