Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa lammiilee Ityoophiyaa fi Michuuwwan biyyattii ayyaana bara haaraaf gara biyyaa galaniif gatii tikkeettii % 30 hir’isuu beeksiise

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa waamicha Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee lammiilee Ityoophiyaa fi Michuuwwan biyyattii ayyaana bara haaraa kabajuuf gara biyyaa galan miiliyoona tokkoof gatii tikkeettii % 30 hir’isuu beeksiiseera.
Hir’ifamni gatii kun Har’aa eegalee hanga Bara Faranjootaa Muddee 20, 2021 kanneen Tikkeettii murachuun Amajjii 1 hanga 31 bara 2021 gara biyyaa kan imalaniif qofa ta’uu ibseera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa fi Michuuwwan biyyattii miiliyoonni 1 Ayyaana Qillee bara Faranjootaa 2021 gara biyyaa galuun Ityoophiyaatti akka kabajaniif waamicha taasiisuun kan yaadatamuudha.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.