Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa talaallii Covid – 19 addunyaarratti raabsuuf qophii ta’uu beeksiise

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid -19 addunyaarratti raabsuuf qophii ta’uu beeksiise.
Fedhiin talaallii Covid -19 waggoota 3f itti fufa jedhamee eegama.
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa sababa weerara vaayrasii konoonaan hammi imaltootaa hir’isuus tajaajila Fe’umsaa laachuun dhiibaa ga’uu danda’u hir’isuu himameera.
Daandichi kaleessaa talaallii Covid – 19 miiliyoona 2.2 gara Ityoophiyaa fiduun isaa kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.