Fana: At a Speed of Life!

Damee Turizimiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3 argame

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) – Baatiwwan salgan darban Damee Turizimiirraa galiin BirriinDoolaarri biiliyoonni 3 argamuu Ministeerri Turizimii beeksise.

Iddoolee ga’umsa Turiizimii babal’isuu fi beeksisuun galiin damicharraa argamu guddachaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaan Kominikeeshinii fi Hariiroo Ummataa ministeerichaa Obbo Alamaayyahu Geetachoon eeraniiru.

Baatiwwan salgal darbani tajaajiloota Turizimii adda addaarraa galiin BirriiDoolaarri biiliyoonni 3 ol argamuu himaniiru.

Daawwattoonni alaa kumni 774 ol Ityoophiyaa daawwachuu ibsaniiru.

Malaakuu Dadiftu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.